Shamarree tokko…
Shamarree tokkotu, midhaan dugdatti baattee karaa deemaa osoo jirtuu, akka tasaa dhuufuu sagaleen ishee qalloo taate tokkoon “Xuux” goote. Osoo itti hin yaadiin waan dhuufteef, dhuufuu ishee kanatti baayyee rifatte. Akka namni naannoo ishee jiru mirkaneeffeachuuf jecha of duuba mil’attee ilaalte. Yeroo of duuba mil’attu, jaarsi tokko duuba ishee jira ture. Isheenis qaanoftee, qaanii ishee…
View On WordPress















