Netaniyahoon dhuguma du'eera?
Sheyixaaniyaahuun dhuguma du’eeraa? Dhugaan qubni isaa 6 ta’uu booda jiru hoo maali? Miidiyaalee hawaasaa irratti sa’aatii darban keessa maxxansaaleen muummichi ministeera Izraail Daj-jaal Sheyixaaniyaahuun haleellaa misaa’ela Iraan waajjira isaa irratti xiyyeeffatee raawwatte jedhame hordofee oduun ajje*efameera jedhu bal’inaan naanna’aa ture. Dhugaa dubbachuuf jalqabni dubbii kaleessa osoo…
View On WordPress











